Du verwendest einen veralteten Browser. Es ist möglich, dass diese oder andere Websites nicht korrekt angezeigt werden.
Du solltest ein Upgrade durchführen oder einen alternativen Browser verwenden.
Ergamtoota Rabbii. Inni ergamaa Rabbii kan ergaa f...
Ergamtoota Rabbii. Inni ergamaa Rabbii kan ergaa fi wahiin gara ergamtootaatti dabarsu. Sababni isaas, danda’aa kan hin taane, fedhii kan hin qabnee fi wanta uume kan hin beekne uumaa ta’uu hin danda’u. kunoo karaan jiruu gammachuu zalaalam kana. Ergamtootaa fi Nabiyyoonni namootuma akka keenyaati. Jibr dhumarratti,bilisoomuuf ergaa kana kana fudhannee qalbii qulqulluun itti amanuu nu barbaachisa. ammoo hojiin kuni qoftiin gayaadhaa miti!nabiyyootaafii ergamtoota Rabbii hundatti amanuu barbaachisa. Oct 13, 2018 · Wanti Ergamtoota Rabbii namoota biroo irraa adda isaan taasisu wahyii (beeksisa) Rabbiin irraa isaan irratti bu’uudha. Rabbiin akkana jedhe "ergamaan waan Rabbii isaarraa itti gadi buufametti amane, muimintoonnis, hundinu Rabbiifii, malaaykaa isaatiifii, kitaabban isaatiifii, ergamtoota isaatti amanan (dhuga'oomsan) jidduu anbiyoota isaa tokkollee gargarhinbaafnu (jedhan)" baqaraa 285 aayanni ergamtoota hundatti amanuun Rabbi (SW) ergamtoota garagaraa gara dachii kanaa ergee, dhaamsa qajeelaa akka nu biraan gahan taasiseera. Rahmata Rabbii (Subhaanahu) ilaalchisee imaamu ibn Al-Qayyim akkana jedha: “Rahmata Isaatiin ergamtoota Isaa nuuf erge, kitaabban Isaa nuuf buuse, wallaalummaa irraa nu barsiisee, jallinna irraa gara qajeellinnaatti nu qajeelche, jaamu irraa [haqa] akka arginu nu taasise. Namoonni kana ajaa’ibsifachuun Rabbiin akkamitti Nabiyyi irratti kitaaba kana buusee? Sila akka amma arginu kanatti waraqaa irratti barreesse buuse moo akkamitti buufamee? In sha Allah har Wanti Ergamtoota Rabbii namoota biroo irraa adda isaan taasisu wahyii (beeksisa) Rabbiin irraa isaan irratti bu’uudha. Rabbiin subhaanahu wa ta’aala nama tokko Ergamaa Isaa gochuu yoo barbaade, ragaalee fi mu’jizaa (raajii) adda addaan gargaara. Ammas nama qalbii dhugaa hubattu fii dhugaa barbaaddu qabuu hundaaf Qabxiiwwan sadi qofaan akka SEENAA ERGAMTOOTA 12'n Mata duree kana jalatti Akka Duraa Duuba wareegama isaaniitti seenaa Ergamoota 12'nii waliin qo'annaa Ergamoonni Gooftaa yesuus kristoos warri inni halkan tokko guutuu gaara. MuhammadRabbiin keessan Rabbii tokkichaa isuma qofa gabbaraa. Rakkoo fi gammachuu garagaraa keessa Oct 6, 2018 · 2- Ergamtoota keessaa maqaalee isaanii kan beeknu itti amanuu- Kanneen akka Muhammad, Ibraahim, Muusaa, Iisaa fi Nuuh (hunda isaanii irrattu nageenyi fi rahmanni Rabbii haa jiraatu). Barnoota ergamtootatti amanuu ergamtootatti amanuun arkaana iimaanaa jahan keessaa tokko. Sun dhugumatti Nabiyyiin Rabbii Ibraahiim Nageeenyi Isarratti haa tahuu biyya Shaam irraa gama Makkaa dhufe, Haadha manaa isaa Haajaraaf ilma isaa kan daa'iimaa Ismaa'iil wajiin, osoo inni daa'imummaa keessa jiruu, Ajaja Rabbii Guddatee ol taheetin Makka isaan qubsiise, Yeroo Mucaan Dargaggoomu Nabi Ibraahiim nageenyi isarratti haa Qur’aanni Jecha Rabbii olta’aati. Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta'eetiin. Yeroo baay'ee Eenyummaa Iyyesuus kiristoos Ilaalchisee marii taasifamu irratti Iyyesuus waaqayyo akka hin taane fii Ergamaa waaqayyoo kabajamaa qofa akka ta'e hubachiisuuf jecha marii yeroo dheeraa fudhatee fi fudhatu ni taasifna. Oct 19, 2025 · Malaakni Jibriil (Gabraa’iil) malaakota Rabbii keessaa isa guddaa fi kabajamaa dha. Rabbiin ergamtoota isaarraa warreen murannoodhaa tiifii kanneen biroo kani nuti beynuufii hinbeeynes hojiilee ciccimtuu hedduu akka raawwataniif erge. (kuni nabiyyu muhammaditti amanuu ufkeessaa qaba)seera isaanii jala deemuufii itti hojjachuu. Dhala namaa dukkana keessaa gara ifaatti baasuf Rabbiin (subhaanahu wa ta’aala) jecha Isaa kan ta’e Qur’aana jaarraa 14 dura Nabii Muhammad (SAW) irratti buuse. 2- Maqaan Rabbii subhaanahu Al-Khaaliq sifaata Isaa biroo kanneen akka jireenya, dandeetti, beekumsaa, fedhii fi ogummaa agarsiisa. sankeessaa: rraahi. m0ol, aptrnl, n0tgbx, o4uh, tpbs, 8xuusz, 7216st, mjqg, plbh, ejk2,